Gulele Radio

Gulele Radio

Share

Gulele Radio & Tube is the new Radio station we are going to lounge by next week Afaan Oromo and amharic lunguges polotical ,economic social media horn of Africa #Oromia #Ethiopia

Photos from Gulele Radio's post 10/14/2024

Gareen diyaaspooraa Oromoo guyyoota sadiif daawwannaa hojiilee misoomaa godinaalee Oromiyaa garaagara keessatti erga taasisaniin booda, Waajjira Pirezidaantii MNO'tti argamuun dhimmoota garaagaraa irratti hoggantoota mootummaa waliin mari’atanii jiru.

Miseensonni diyaaspooraa kunneen, waamicha Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa kabajamoo Obboo Shimmallis Abdiisaa diyaaspooraa dhalattoota Oromoof godhan fudhachuun biyyoota garaagaraa irraa kabaja ayyaana Irreechaaf gara biyyaatti kan dhufaniidha. Gareen diyaaspooraa kunis sochiilee misoomaa babal’aa naannoo Oromiyaa keessatti taasifamaa jiran kan ajaa’ibsiifataniifi kallattii hundaan deeggaruuf waadaa kan galan yoota’u, fuldurattis fayidaa biyyaafi ummataaf ittidhiyeenyaan aantummaa isaanii hojiin kan agarsiisan ta’uu ibsan.

Want your business to be the top-listed Media Company in Washington D.C.?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Washington D.C., DC