Merr Queen

Merr Queen

Share

06/23/2026

Mul'ata Abbichuu fi ijaarsa Itoophiyaa haaraa!

Biyyi keenya Itoophiyaan walta'insa ijoollee ishee fi mul'ata Abbichuutiin dhiphina kaleessaa keessaa baatee seenaa haaraa galmeessaa jirti.

Mul'ata, yaadaa, karooraa fi kaayyoo Abbichuu kanaan, tajaajilli mootummaa gara sirna dijitaalaa ammayyaatti ce’uun saffisaafi iftoomni mirkanaa'eera. Magaalonni keenyas magariisummaa fi misooma koriidarii ammayyaatiin bifa haaraa uffatanii jireenyaaf mijataa ta’aa jiru. Gama qonnaatiin, omisha qamadii jallisii bonaatiin of danda’uun gara gabaa alaatti erguun danda'ameera; Hidha Haaromsaafi riifoormiin diinagdee makroo imala keenya caalaatti ariifachiisaniiru.

Nageenyaafi dimookiraasii itti fufinsa qabuufis Komishiniin Marii Biyoolessaa riiformii hojjechaa kan jiru yoo ta'u, birmadummaan dhaabbilee haqaa mirkanaa'eera.

Want your business to be the top-listed Media Company in Miami?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Zambia
Miami, FL