Muddassir
17/04/2026
13/04/2026
........Imala Gara Ga💔𝗓ᶻaa 🇵🇸 .......
Dooniin gargaarsa namoomaa fe'ataniifi danqaraa Ga*💔zaa cabsuuf imalan gara Fala🇵🇸sxiin imalan Ispeen Baarseloonaa irraa kan ka’an yoo ta’u, hanga kaleessa April 12tti dooniiwwan 70 fi hirmaattoota gara 1,000tti dhihaatan kan biyyoota 70 irraa walitti dhufan garee imala of keessaa qabuudha.
Global Sumud Flotillan meeshaalee yaalaa fi gargaarsa barbaachisaa fe’atee buufata doonii Meditiraaniyaanii irraa kan ka’e yoo ta’u, dooniin dabalataa daandii irratti jila kanatti makamu jedhamee eegama.
Kun imalaafi yaaliin garee kanaa isa jalqabaa miti. Baatii October bara 2025 humnoonni Izraa*il dooniiwwan 40 ol kanneen gamtaa tokkoon gurmaa’an naannoo marfame sana (Ga*💔zaa) ga’uuf yaalan addaan kutuun, aktivistii Siwiidin Greta Thunberg namoota 450 ol waliin to’annaa jala oolchuun gidirrsaa turuun kan yaadatamuudha.
Ergama uggura cabsuun gargaarsa namoomaa lammilee Fala🇵🇸sxiin Ga**Z jiraniif qaqqabsiisuuf jedhamee kan gurmaa'ee gurmuun kun, garri dooniin isaa kun itti imalu gara naannoo too'annoo cimaa Izraa'eliin jala jiruutti ajeela.
© Amar Temam
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Konya