Oromo Qofaa

Oromo Qofaa

Share

15/02/2021

Lagannaa Nyaataa Guyyaa 19ffaa

Hooggantoonni Oromoo lagannaa nyaataa eegalan itti fufudhaan har'a guyyaa 18ffaa haala baayyee rakkisaa tahe keessatti argamu.

Karaa biraatiin kutannoon hoggantoonni Oromoo keessa jiran kun garee mootummaa hedduu rifaasisee jira. Kanaafis, hoggantoonni Oromoo kun lagannaa akka dhaabaniif dhoksaan namoota muraasa ergani sossobuuf yaalaa jirus jedhameera.

Tahus, "wareegama qaalii kaffallee jijjiirama fuunee jirra. Humni Nafxanyaa nuun shiraan hidhee qe'ee keenyarratti geeraruu arguurra, kaayyoo keenyaf wareegamnee dhaloota qabsoo fi biyya dhaalchisuu barbaanna" jechuun lagannaa isaanii itti fufanii jiran.

Want your business to be the top-listed Shop in Riyadh?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Riyadh