Boru Kalicha Jilo
14/03/2025
🥲
Post tana Argaa Jirtaan Kamu Waqummaaf Jedha
Beekkamu Jiirattuun G/Boorana Aanaa Mooyyalee Ganda Dambii Saphantee kan tatee Haatoo Dhukkubsattee Qarshii (380,000) Oliif Mana Yaala Deeddebii'aan Turtee Eegii Sunii Qabeef turee.
Garu Maatii Harka Qalleyyii Waan tateef Qarshii Gaafatammee Humnaa Maatii issiit Olii Waan tateef tenna Aatoo Dhakkiin Hospitalaa Deebi'uu hin dandennee🥲 Sadarkaa Dhukkubsattee Waan Yaalamtuun Dhabdee Siiree/Algaa Mana issii Deebissanii🥲
Ykn Qarshii Gafatamtee (550,000)😭 Gadiit Yoo Ammo Namu Waan Danda'uun Lubbu Hadhaa tenna tana Bararuuf Namnii Biyyaa Keessaf Biyyaa Aalalleen irra Bira Dhabbatee Maal Qaba Uummataa Koo😭
Wal-tanee Hadhaa tenna Yaalchifannaa🤝
Gargarruuf Nama ta'uun Qofatii Ga'aadha🙏
Hadhaa tenna Aatoo Dhakkitiif Banamtee Kunot👇👇
👉 1000678550209 CBE.
Maqaa Warra Account Banamteen
✅Dhiba
✅Abagudo
✅Shakiso
Waan dandennuu Harmee tenna Bira Haa Dhabbannuu Uummata Koo
14/03/2025
🥲
Post tana Argaa Jirtaan Kamu Waqummaaf Jedha
Waliif Tolchaa??
Beekkamu Jiirattuun G/Boorana Aanaa Mooyyalee Ganda Dambii Saphantee kan tatee Haatoo Dhukkubsattee Qarshii (380,000) Oliif Mana Yaala Deeddebii'aan Turtee Eegii Sunii Qabeef turee.
Garu Maatii Harka Qalleyyii Waan tateef Qarshii Gaafatammee Humnaa Maatii issiit Olii Waan tateef tenna Aatoo Dhakkiin Hospitalaa Deebi'uu hin dandennee🥲 Sadarkaa Dhukkubsattee Waan Yaalamtuun Dhabdee Siiree/Algaa Mana issii Deebissanii🥲
Ykn Qarshii Gafatamtee (550,000)😭 Gadiit Yoo Ammo Namu Waan Danda'uun Lubbu Hadhaa tenna tana Bararuuf Namnii Biyyaa Keessaf Biyyaa Aalalleen irra Bira Dhabbatee Maal Qaba Uummataa Koo😭
Wal-tanee Hadhaa tenna Yaalchifannaa🤝
Gargarruuf Nama ta'uun Qofatii Ga'aadha🙏
Hadhaa tenna Aatoo Dhakkitiif Banamtee Kunot👇👇
👉 1000678550209 CBE.
Maqaa Warra Account Banamteen
✅Dhiba
✅Abagudo
✅Shakiso
Waan dandennuu Harmee tenna Bira Haa Dhabbannuu Uummata Koo🙏🙏
16/01/2025
😭😭😭😭
Maatiin intala diqqoo tana dhihuma kana daa'ima ganna tokkoo jalaa amrii taate. Amma immoo daa'ima armaan gaditti suuraa ishii argitan dhibee onneetiin jalaa dhibamte. Maqaan ishii Glory Sisay Bagaja jedhamti. Mana Barumsaa Abdii Borii kutaa Tokkoffaa baratti ture sababa dhibee addaan kutte. Maatiin akkas jechuun nuuf birmadhaa birmannaan keessan guddoo nu barbaachisa jedhu.
"Waaqayyoon ilmeen keesaniin isan qoriin, intalli keenna nurraa dhukkubdee Mana yaalaa geessinaan onneetti rakkoo qaba yeroo gabaabduu keessatti akka onneen ishii surgery ta'uu qabdu nuun jedha nuutis tole jenne intala keenna hanbifachuu yeroo jennuutti waan nu rifaachisaa nu qunname innis qarshiin yaala kanaaf barbaachisu. Qr 900,000 olii nuun jedhan. Humna keenna ol ta'uus osoo arginuu ishii dhabuu manna fuula keessan dura dhaabbanne surgery daftee ta'uu qabdii jedhame osoo gara heart failure hin jijiramiin nuu dhaqqabaa yeroo lammeessoog ilmee dhabuu nu dhowaa🙏🥹🙏 Waaqayyoon fuula namaa dura isan hin dhaabiin" namni gargaaruu barbaaddan account armaan gadii irratti galcha screenshot nuu ergaa🙏
1000672041795 CBE
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Moyale
Yabelo