Iluu News Network
08/05/2025
PSG'n 2-1, waliigalaan 3-1'n Arsenaal mo'achuun xumura waancaa Shaampiyoonsi Liigiif darbe.
Inter Miilaan waliin Jarman dirree Baayern Munik, Aliyaanzi Areenaa irratti falmatu.
Iluu News Network
26/09/2023
Beeksisa Qaxarrii Barsiisotaa
# # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # #
Biiroon Barnootaa Oromiyaa barsiisota gosa barnootaa adda addaa qaban dorgomsiisee manneen barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa Amboofi Nageelleef qaxaruu waan barbaaduuf; barsiistonni ulaagaa armaan gadii guuttan akka galmooftan waamicha taasia.
HUBACHIISA:
Galmee Fulbaana 14 -28/2016
Galmee Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa Amboofi Nageellee
Qabatamee Dhiyaatu: Ragaa bara qaxarrii, bara tajaajilaa, muuxannoo hojii mana barumsaa sad.2ffaa, qabxii madaallii waggaa lamaa (kan dhihoo) qabachuu barbaachisa
Ragaa Eeyyama barsiisummaa
Ragaa (Serteficate) Leenjii Kompuutaraa qabachuu fi kkf yammuu ta'u,
Ulaagaa waliigalaa galmaa'uuf barbaachisu asii gadiitti ilaalaa
CARRAA GAARII !!!
Barnoonni hojiifii miti. Kan barateehu eeysa dhaqee miti jettanii daa'imman barnootaaf gahan akka manatti hin hambifne.
Lammiin barate gaafii mirga gaafata G. TB
Barnoota Ammas barnoota kana taa'u qaba kaayyon oromootaa. ART. Dr. AB
Barnoonni ifaa... waan hedduutu jedhame .
Warri tarkaanfii takka barnootaan dursan fagaatanii jiran itti dhaqqabuun ta biraati.
OEG
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Oromia
Metu