Burqaa Tech

Burqaa Tech

Share

Photos from Burqaa Tech's post 03/03/2024

dhaabbatni hundeesse amma irratti ammoo AI ajaa'ibaa tokko kan jedhamu qabatee dhufee jira.

AI Kunis ykn barreeffama kennameef tokko gara tti jijjiiruu kan danda'u yommu tahu, AI tool kana fakkaatan kanneen duraan qaama garaagaraatiin hojjetamanii jiran waliin wayita madaalamu garaagarummaa guddaa kan qabuu fi imala AI gara fuulduraa sodaa keessa kan galcheedha.

yoom irraa kaasee fayyadamtoota hundaaf akka dhiyeessu wanta beeksise hinqabu. Amma irratti garuu qaamolee muraasa qofaaf eeyyamee jira.

Odeeffannoon teekinooloojii wayitawaan yeroo yeroon akka isin qaqqabuuf keenya follow godhaa.

09/07/2023

👉Social median jedhamu kan hedduu tokko walfakkaatu dhaabbata tiin gadi lakkifamee jira.

👉Akkuma beekamu dhaabbatni Mark Zuckerberg'n kan hundaaye fi hogganamu yoo tahu, social media kanneen akka , fi abbummaan ni bulcha.

👉Egaa social media haaraa dhaabbatni meta qopheesse jedhu kun gadi lakkifame sa'aa 16 keessatti fayyadamtoota Miliyoona 30 ol argachuu danda'ee jira.

👉Social median jedhamu kun twittern baayyee walfakkaachuu yookaanis 'copycat' tahuu isaa irraan kan ka'e himannaa irratti banachuuf jedha.

👉Social media kana fayyadamuuf akkaawuntii kan isin barbaachisu yoo ta'u, appii social media kanaas playstore yookaanis telegram channel keenya() irraa buufachuun fayyadamuu dandeessuu.

Odeeffannoo wayitawaan yeroo yeroon akka isin qaqqabuuf page keenya follow gochuu hin dagatinaa.

Akkaataa Automatic Table of Contents List of Figures fi List of Tables Ms Word Irratti Itti Galchinu 16/03/2023

👉Automatic Table of Contents
👉Automatic List of Tables
👉Automatic List of Figures
👉Different Page Numbers
👉Section Break
👉References

Microsoft Word document irratti akkaataa wantoota armaan olii kana hunda documentation keenya irratti galchuu dandeenyu video dhaan sirriitti ibsamee jira waan taheef liinkii armaan gadiin seentanii daawwachuun itti fayyadamuu dandeessu
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Akkaataa Automatic Table of Contents List of Figures fi List of Tables Ms Word Irratti Itti Galchinu Video kana keessatti wayita Project, Thesis fi Research garaagaraa dalagnutti documentation qopheessinuuf akkaataa itti➡️ Automatic Table of Contents➡️ Autom...

Want your business to be the top-listed Computer & Electronics Service in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Jimma