Muaz
11/05/2022
Galgala ga'aa jaalala gaarii
Hamtuu isinirraa ja tiksu waaqni
Akkam jirtu nageenyi Badhaadhaa jirtuu adaraa?Gargaarsi Bu'uuraafi Hundee keenya kan ta'e obboleewwan keenya ummata Maalfakkaata.
Adaraa bakka jirrutti Alaaf keessa Guddaaf xiqqaan dhiiraaf dhalaan Waan dandeenyun Akkuma Gooticha keenya ittisaa keenya cinaa dhaabbachaa turretti Lukkuu hanga Lubbuutti ummata keenyaaf yaa goonu.Adaraa Adaraa yaa sabaa ulaagaa tokko male osoo wolhin Qoodiin yaa bimannuuf waan Qabnuun Kun dhaamsa kooti Deebinee wol argina Nagaan naaf turaa.
Rakkoo keessa ni baana.
Rakkinni karaa milkaa'inaati Agarsiiftuu Diinaaf firaati.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Jimma