Al-khalid

Al-khalid

Share

19/05/2025

"Seenaa Albert Einstein .
==============
Gaaf-tokko Albert Einstein Magaalaa tokko keessa deemaa ture.
Osoo deemuu duriyyoonni Magaalicha keessa jiran dugda duubaan dhaqanii dhiitan.
Inni garuu osoo galagalee hin ilaalin callisee deeme.
Ammas cimsanii akka dhukkubutti itti dabalan,inni garuu callisee deemsa isaa itti fufe.
Yeroo sadaffaaf Aaranii akka inni kufutti dhiitan.
Ammas Albert Einstein bitintiree ykn gatantaree harkaan lafa qabatee ka'ee deemsa isaa itti fufe.

●Sanaan booda namoonni achi dhaabatanii isa ilaalaa turan akkas jedhanin"Maal namicha nana ykn rukuttee Of irraa hin deebistuu?Yookaan seeraan hin gaafattuu"jedhan.

●Kanaan booda Albert Einstein deebisee akkas namoota sanaan jedhe "Of-irraa deebisuuf humna isaa hin qabu,seeratti himachuuf immoo manni murtii itti harree himatan hanga yoonaatti hin jiru"jedhee deebiseef.

➲Kanaaf nama akka harree si dhiituuf
➲Nama akka Raachaa sitti wacuuf Callisuun deebiidha."

Telegraama irraatti yaada wal haa jijjiiru...
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/naf37fspainbv
https://t.me/naf37fspainbv

Want your university to be the top-listed University in Jimma?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address


Jimma
JIMMA