TA Rabbii caala

TA Rabbii caala

Share

13/07/2026

👉Aamiiiiiiiin naaja'aaf Qaqqaaliwwan koo
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
بارك الله لكما وبارك عليكما وجمع بينكما في خير!
مبروك ألف ألف مبروك
Bareedaa kiyya Qilleensi Nasrii Bubbise Page Baga nageyaan aalama kanatti dabalamtan
Baga Rabbiin sijaare naaf ja'aan Qaqqaaliwwan kiyya Ustaza keenya kanaan
✍️Ustaza kiyya wallaahi Rabbiin irkoo siif hatahu Da'awaarratti Nama ganaa Da'awaarratti daran jabaatu sihaagodhu,Da'awaa tee gurraacha qofaamiti Adii fi Diimaanis siif hagahu ilaahin!
ammallee Nama Aalamni jalaa dubbatu Rabbi sihaagodhu🤲🤲🤲🤲🤲
👉Hawaasa kiyya Qaqqaali hundi kessan Aamiiiiiiin naaja'aaf isin hundi

09/07/2026
09/07/2026

Waan Qalbii Si Cabsu
Rabbi Sirraa Haa Qabu

Photos from TA Rabbii caala's post 08/07/2026

"Wanti hundumarra nama rifachiisuu fi nama sodaachisu maal akka ta'e beeytaa? 🤔

Addunyaan guutuun maqaa kee bahaa fi dhihatti si faarsanii... Ati garuu Rabbii biratti gatii dhabuu keeti! ⚖️ "
☝️☝️☝️
Nama meeqa ka ati if gaditti laaltee tuffattu…inni ammoo Rabbi biratti nama akka keeti kumaatama irra kan caalu..!

Yaa Rabbi gabroottan isaan jaalatte keessaa Tokko nu taasisi.
✍️. seyfudin musxafa

Want your university to be the top-listed University in Awash?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address


Awash