True Vine

True Vine

Share

12/07/2025

# 124 - Haa weeddisnu Kiristoos mo’ataa

1
Haa weeddisnu Kiristoos mo’ataa
Lolicha injifateera
Cubbuutti mureera; Addaam dhumateef
Furii guutuu argine
Humnoota hamoo barbadeesse
Fannoorratti mo’icha isaan

2
Haa weeddisnu Kiristoos ka’eera
Waaqni du’aa isa kaaseera
Humni du’aa liqifamee,
Namni du’aa jireenyatti darbe
Si’oliif dukkanni cabuun,
Humni isaa mul’ifame

3
Haa weeddisnu Kiristoos olbahe
Waaqni teessotti olbaaseen
Aangoof humna gararraatti
Maqaa hunda caalu argate
Aboo hundumaa fudhachuun
Diina isaa hanga fonqolchutti

4
Haaleluyaa Kiristoos mo’ataa
Qaraaniyoo irratti mo’eera
Haaleluyaa du’aa ka’eera
Mo’icha isaa agarsiisa
Haaleluyaa olbaheera
Barabaraan nimo’a

Barreessaa: *
Qindeessaa: Henry Thomas Smart (1813-1879)

19/07/2023

Tajaajila Angafa Lubaa Baattuu Ibsaa Gidduu Deddeebi'u (Mul. 1:12-20)
========================
Kakuu Haaraa keessatti Kiristoos addatti akkaataa Afuriin mul'ateera.
1. Isa namoota gidduu buufate
(Yoh. 1:14)
2. Ilma namaa Isa mirga Waaqayyoo dhaabbatu (HoE. 7:56)
3. Hafuura jireenya kennu Isa amantoota keessa jiraatu (1Qor. 15:45)
4. Angafa Lubaa isa baattuwwan Ibsaa Gidduu Deddeebi'u (Mul. 1:12-20)

-Kiristoos Akka Isa namoota gidduu buufateeti inni Isa Waaqayyoon mul'isee fi dhugaa ba'edha.
-Kiristoos Akka Ilma namaa Isa mirga Waaqayyoo dhaabatutti, Tajaajila samii irratiin waldaa yookiin amantoota rakkinaa fi ari'atama isaan irra ga'u keessatti duukaa kan dhaabatuufi jajjabeessudha.
-Kiristoos Akka Hafuura jireenya kennuutti Isa fedha Waaqayyoo kan taate waldaa argamsiisuuf jireenya amantootaa ta'uuf akkasumas, gara Kiristoosiin fakkaachuutti amantoota guddisuuf amantoota keessa kan jiraatudha.

KIRISTOOS AKKA ANGAFA LUBAATTI HOO TAJAAJILLI ISAA MAALI? .............Itti fufa?

15/03/2021

መታደል ነዉ ከጌታ መወለድ
መታደል ነዉ ከርሱ ጋ አንድ መሆን
ሁልጊዜ በጌታ ዉስጥ ማደር/መኖር

1. በመንፈስ ነው ጌታ የሚበላዉ
በመንፈስ ነው ጌታ የሚጠጣዉ
በመንፈሴ ሆኜ ስበላዉ
ራሱን እንደ ህይወት እያደለ2*
ማንነቱ ሆነ ማንነቴ
አቤት እርካታዬ ኦ ደስታዬ
በመንፈሴ ሆኜ ስበላዉ/ ስጠጣዉ
ጌታን እንደ ህይወት እሞላልሁ *2

2. በእዉነት ነዉ ጌታ ሚመለከዉ
በመንፈስ ነዉ ጌታ ሚመለከዉ
በዉነትና መንፈስ ሳመልከዉ
በመንፈሴ ጌታን እየነካሁ 2*
ማደሉን መቀበል ነዉ ደስታዬ
እሱን መጠጣት ነዉ አምልኮዬ
ጌታ የሚጠጣዉ በመንፈስ ነዉ
እሱን መደሰት እኮ ነዉ አምልኮ

3. በመንፈስ ነዉ ነፃነቴ ያለዉ
መንፈሴ ነዉ ከሱ የተወለደዉ
እሱን ልለማመድ በመንፈሴ
እያንቀሳቀስኩኝ ሁልጊዜ 2*
ወደሱ እየዞርኩ ባፍታ ባፍታ
ይኸዉ እሞላለሁ ይህን ጌታ
ወደጌታ መዞር ያዋጣናል
መጋረጃችን ወድያዉ ይወሰዳል
ጌታ ግን መንፈስ ነዉ የሚነካ
በመንፈስ ዞረን የምንረካዉ * 2

4. በመንፈስ ነዉ ጌታን መተባበር
በመንፈስ ነዉ ወደ ጌታ መዞር
ወደ ጌታ ልዙር በመንፈሴ
እያንቀሳቀስኩኝ ሁልጊዜ 2*
በዉሰጥ ሰዉነቴ ለመጠንከር
ጌታ በልቤ ዉሰጥ ቤቱ እንዲኖር
ኢየሱስን መጥራት ያዞረናል
ደጋግመን ስንጠራሱን ይሞለናል

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Ambo