Oromia Times

Oromia Times

Share

ACHUMATTI_WAL_AGARRA - Kiyya 12/10/2022

!
Gaaf tokko ganama namichatu haadha
manaasaatiin "har'a aramaa xaafii deemnee waliin aramaa oolla!" jennaan, "tole! Garuu amma hojii xiqqoon qaba hojii kana fixeen dhufa, ammasitti itti ba'i!" jetteen. Namichis hin turin."achumatti
wal agarra!" jedhee deeme. Otuu balbala warra ollaasaa bira darbuu dubartii
qofaashee mana jirtu argee itti ol gale.
Abbaan manaashee eessa akka jiru erga
qoratee baree booda akka ishee jaallatu itti himee. Akka waliin ciisanis gaafate amansiifate isheenis tole jetteefi akkuma sireerra ga'aniin abbaan manaa bakkeeti
balbala rukute. Isheenis namichaatiin"ariitiidhaan siree jala dhokadhu!"jettee abbaamanaashef balbala banuu deemte. Abbaan manaashes akkuma mana seeneen gabaa
deemtee waan tokko tokko bittee akka deebitu ajaje. Akkuma isheen manaa baateen immoo dubartii bakka hojii dhaquuf balbala isaani cinaa darbuu dhuftu tokko argee gad itti ba'ee gototee ol galchate.
waan ajahibattu tahe link armaan gadii irra ilaalaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

ACHUMATTI_WAL_AGARRA - Kiyya Please Share Maaloo Share Godha 5 Views Gaaf tokko ganama namichatu haadha manaasaatiin β€œhar’a aramaa xaafii deemnee waliin aramaa oolla!” jennaan, β€œtole! Garuu amma hojii

14/09/2022

BILBILAA HARKAA FI MIDHAA INNI QABU
Bilbilli harkaa(mobile) jireenya keenya guyyaa guyyaa kessatti heddu barbachisaa ta’uurra kan ka’e yeroo amma kana daqiiqaa tokkoof of bira dhabuun namoota hedduuf ulfaataa akka ta’e hundi keenyaa beekna. Kanaaf ka Mata duree barreeffama kana ilaalee qofa namni natti dheekkamu hin dhabamu; akka qoronnowwan adda adda mulisutti bilbilaa harkaa fayaadammun midhalee armaan gadii qaba.
karaalle ittin midhaa kana of irra ittisuu dandenyuu link armaan gadii irra dubbisaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://kiyyainfo.com/bilbilaa-harkaa-fi-midhaa-inni-qabu/

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Abeba?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address


Finfine Oromia
Addis Abeba