Oro Technology

Oro Technology

Share

05/10/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Bikila Alemu BA, Ĩfå Đídâ, Mohammed Abdu Muhe, Yonås Gamachu Gålátæ, Eebbaa Korsaa, Muhammed Abdulkadir, Kadiir Ahmad, Aneso Jafar

02/11/2023

https://www.youtube.com/channel/UC5aIdFMFW4J-9ZIpYqF2ZVg?sub_confirmation=1
Galatoomaa Warri Subscribe gootan warri haftan ammoo jabadhaa subscribe godhuun na bira dhaabbadhaa.

29/11/2022

Tapha kanaa qabxii sirrii tilmaamaa mobile data 1GB injifadhaa.

📌📌📌📌IRAN 🇮🇷fi AMERICA 🇺🇸📌📌📌📌
Tilmaamaa sirrii tilmaamaa mobile data 1GB argadhaa!
🛑Qajeelfamoota armaan gadii hunda xumuruu qabdu.
1. Maxxansa kana namootaf share
godhaa.
2. Page kana like godhaa.
3. Wal dorgommii armaan olitti ibsame kana
qabxii sirrii tilmaamaa.
Tilmaama keessan lakkoofsa ID keessanii
walin maxxansa kana jalatti barreessaa.
👉 Yaadonni edit ta'an hundi kufaadha.
👉 Namni hunduu yaada yeroo tokko qofa kennuu danda'a.
4. Dorgommii waancaa addunyaa Telegram
keenya irratti ni beeksifna
5. Tilmaamni kee sirrii yoo ta'ee fi
qajeelfama jalqabaa afran yoo hordofte
mobile data 1GB argatta.

Carraa gaarii hunda keessanif.

Telegram-
https://t.me/Oro_Technology

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Addis Ababa