Awash Bank
29/05/2026
የመጀመሪያው ቀን ዓለም አቀፍ የጀላቶ (አይስክሬም) ፌስቲቫል በፎቶ።
=================
👉 ቀኑ ሳይያልቅ ቁጠባን ዛሬውኑ ይጀምሩ — ለልጅዎ ነፃ አይስክሬም ይሸልሙ!
Guyyaa jalqabaa Feestivaala jeellatoo (Aayiskireemii) Idil - Addunyaa suuraadhaan.
=================
👉Guyyaan osoo hin xumuramiin Qusannaa har'uma jalqabaa— nutis daa’ima keessan ayiskireemii bilisaan ni badhaasna!
29/05/2026
🍦 ቁጠባ በደስታ፣ አይስክሬም በነፃ! 🎁
ከዛሬ ጀምሮ እስከ ግንቦት 23 / 2018 ዓ.ም ድረስ በአዲስ ኮንቬንሽን ማዕከል በሚካሄደው ዓለም አቀፍ የጀላቶ (አይስክሬም) ፌስቲቫል ላይ ለአይስክሬም አፍቃሪው ልጅዎ በአንጋፋው አዋሸ ባንክ ቁጠባን ያስተምሩ ። ለመሆኑ
ምን ያገኛሉ? 👉 ለልጅዎ ነፃ አይስክሬም ከተጨማሪ ልዩ ስጦታዎች ጋር!
የልጆችዎን የፋይናንስ የወደፊት ዕጣ ፈንታ ዛሬውኑ ከአዋሽ ባንክ ጋር በደስታ ያበረክቱ። ፍቅራቸውን በቁጠባ፣ ቀናቸውን በአይስክሬም ያጣፍጡ!
አዋሽ ባንክ!
🍦 Qusannaa gammachuun, Aayiskireemii bilisaan!
🎁 Har'a irraa eegalee hanga caamsaa 23 / 2018 A.L.I tti Wiirtuu Konveenshinii Finfinneetti kan gaggeeffamu Feestivaala Idil-Addunyaa Jeelatoo (aayiskireemii) irratti daa’ima keessan jaalala aayiskireemii qabuuf “Herrega Qusannaa Daa’immanii” banaafii!
Maal argatu? 👉 Daa’ima keessaniif aayiskireemii bilisaa, kennaa addaa dabalataa waliin!
Abjuu faayinaansii daa’imman keessanii har’uma Baankii Awaash waliin gammachuun ijaaraa. Jaalala isaanii qusannaan, guyyaa isaanii aayiskireemiin mi’eessaa!
Baankii Awaash!
28/05/2026
🍦 ቁጠባ በደስታ፣ አይስክሬም በነፃ! 🎁
ከግንቦት 21–23 / 2018 ዓ.ም በአዲስ ኮንቬንሽን ማዕከል በሚካሄደው ዓለም አቀፍ የጀላቶ (አይስክሬም) ፌስቲቫል ላይ ለአይስክሬም አፍቃሪው ልጅዎ በአንጋፋው አዋሸ ባንክ ቁጠባን ያስተምሩ ። ለመሆኑ
ምን ያገኛሉ? 👉 ለልጅዎ ነፃ አይስክሬም ከተጨማሪ ልዩ ስጦታዎች ጋር!
የልጆችዎን የፋይናንስ የወደፊት ዕጣ ፈንታ ዛሬውኑ ከአዋሽ ባንክ ጋር በደስታ ያበረክቱ። ፍቅራቸውን በቁጠባ፣ ቀናቸውን በአይስክሬም ያጣፍጡ!
አዋሽ ባንክ!
🍦 Qusannaa gammachuun, Aayiskireemii bilisaan!
🎁 Caamsaa 21–23 / 2018 A.L.I tti Wiirtuu Konveenshinii Finfinneetti kan gaggeeffamu Feestivaala Idil-Addunyaa Jeelatoo (aayiskireemii) irratti daa’ima keessan jaalala aayiskireemii qabuuf “Herrega Qusannaa Daa’immanii” banaafii!
Maal argatu? 👉 Daa’ima keessaniif aayiskireemii bilisaa, kennaa addaa dabalataa waliin!
Abjuu faayinaansii daa’imman keessanii har’uma Baankii Awaash waliin gammachuun ijaaraa. Jaalala isaanii qusannaan, guyyaa isaanii aayiskireemiin mi’eessaa!
Baankii Awaash!
27/05/2026
🍦 ቁጠባ በደስታ፣ አይስክሬም በነፃ! 🎁
ከግንቦት 21–23 / 2018 ዓ.ም በአዲስ ኮንቬንሽን ማዕከል በሚካሄደው ዓለም አቀፍ የጀላቶ (አይስክሬም) ፌስቲቫል ላይ አርብ እንገናኝ።
ለበለጠ መረጃ https://youtube.com/shorts/UQ06T3Mw34E?si=0BqX9njv5A_c3JDW ይጎብኙ።
🍦 Qusannaa gammachuun, Aayiskireemii bilisaan! 🎁
Caamsaa 21–23 / 2018 A.L.I tti Wiirtuu Konveenshinii Finfinneetti kan gaggeeffamu Feestivaala Idil-Addunyaa Jeelatoo (aayiskireemii) irratti gaafa jimaataa wal haa agarru.
Odeeffannoo dabalataaf https://youtube.com/shorts/UQ06T3Mw34E?si=0BqX9njv5A_c3JDW daawwadhaa.
🍦 ቁጠባ በደስታ፣ አይስክሬም በነፃ! 🎁 🍦 ቁጠባ በደስታ፣ አይስክሬም በነፃ! 🎁ከግንቦት 21–23 / 2018 ዓ.ም በአዲስ ኮንቬንሽን ማዕከል በ...
27/05/2026
ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች እንኳን ለ1447ኛ የኢድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
ኢድ ሙባረክ!
አዋሽ ባንክ
Hordooftootni amantaa Islaamaa hundi baga ayyaana Iid Al-Adhaa (Arafaa) bara 1447ffaa nagaan geessan!
Iid Mubaarak!
Baankii Awaash!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Awash Tower, Ras Abebe Aregay Street
Addis Ababa