Odaa Bank
20/01/2024
29/12/2023
Mul. 22
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁷ Inni dhufu sun, "Kunoo, ani dafee nan dhufa, namni dubbii macaafa kana keessatti raajii dubbatame kana eegu attam haa gammadu!" jedhe.
⁸ Ani Yohannis kana hundumaa dhaga'eera, argeeras; kana dhaga'ee, argee erga ani raawwadhee, ergamaa isa kana hundumaa anatti argisiiseef sagaduudhaaf miilla isaatti nan kufe.
⁹ Inni garuu, "Kana gochuun siif hin ta'u! Ani sii fi obboloota kee warra raajotaaf, warra dubbii macaafa kanaa eeganiifis hidhata hojii ti, Waaqayyoof sagadi!" naan jedhe.
Want your business to be the top-listed Food & Beverage Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Finfine
Addis Ababa