Awash Insurance
06/07/2026
in the 2025/26 Fiscal Year
============================
Awash Insurance is pleased to announce the successful completion of the 2025/26 Fiscal Year, delivering exceptional business performance and further strengthening its leading position in Ethiopia’s insurance market.
The Company achieved a total premium income of over 6 billion ETB, representing a remarkable 35% growth over the previous fiscal year. Strong results were recorded across all business segments, and all classes of business surpassed their annual targets. These achievements reflect the trust of our customers, the commitment of our employees, and the continued confidence of our shareholders, Insurance Brokers, and business partners.
As we celebrate another successful year, Awash Insurance remains dedicated to providing innovative, reliable, and customer-focused insurance solutions that protect lives, businesses, and communities across Ethiopia.
Congratulations and thank you to all our valued stakeholders for being part of this success.
====================
።
====================
አዋሽ ኢንሹራንስ በ2018 በጀት ዓመት ከፍተኛ እድገት ያስመዘገበ ሲሆን፣ በኢትዮጵያ ኢንሹራንስ እንዱስትሪ ውስጥ ያለውን የመሪነት ስፍራዉን በሰፊ ልዩነት ማስጠበቅ መቻሉን አረጋገጠ።
በበጀት ዓመቱ ኩባንያው ከ6 ቢሊዮን ብር በላይ ጠቅላላ የአረቦን ገቢ በመሰብሰብ ከባለፈው ዓመት ተመሳሳይ ጊዜ ጋር ሲነጻጸር የ35 በመቶ ዕድገት አሳይቷል። ኩባንያው በሁሉም የሥራ ዘርፎች ከተቀመጠው ዓመታዊ ግብ በላይ የላቀ አፈጻጸም በማስመስገብ በተለመደዉ የዕድገት ጎዳና በከፍተኛ ፍጥነት እየገሰገሰ መሆኑን አርጋግጧል። በተጨማሪም አዋሽ ኢንሹራንስ በሕይወትና ጤና ኢንሹራንስ እዲሁም በተካፉል ኢንሹራንስ ዘርፎች በሀገር አቀፍ ደረጃ የገበያ መሪነቱን አስጠብቆ የቀጠለ ሲሆን፣ በሁሉም የስራ ዘርፎች ደግሞ በግሉ የመድን ዘርፍ ውስጥ የመሪነት ቦታውን አጠናክሯል።
ይህ ስኬት የደንበኞቻችንን እምነት፣ የሠራተኞቻችንን ትጋት እንዲሁም የብሮከሮቻችንና የስራ አጋሮቻችን ቀጣይ አብሮነት ዉጤት በመሆኑ ሁሉንም ባለድርሻ አካላትን እንኳን ደስ አላችሁ ለማለት እንወዳለን።
አዋሽ ኢንሹራንስ ወደፊትም ዘመናዊ፣ አስተማማኝ እና ደንበኞችን ማዕከል ያደረጉ የኢንሹራንስ አገልግሎትን ለማቅረብ ያለውን ቁርጠኝነት ያረጋግጣል።
ለዚህ ስኬት አስተዋጽኦ ያደረጋችሁት ደንበኞች፣ የስራ አጋሮች እና ሠራተኞች ሁሉ እንኳን ደስ አላችሁ!
…
=================================
Inshuraansiin Awaash Bara Bajataa 2018tti Galii Piriimiyeemii Birrii Biiliyoona 6 ol Galmeessise.
Inshuraansiin Awaash bara hojii 2018ALI milkaa’ana ol’aanaan kan goolabe yommuu ta’u, Galii Piriimiyeemii Birrii biiliyoona 6 ol walitti qabuu dandee’eera. Galiin kunis kan bara darbeetiin walbira qabamee yoo ilaalamu guddina dhibbeentaa 35n agarsiiseera. Dhaabbatichi dameewwan hojii ijoo hunda keessatti raawwii cimaa karooraan olii galmeessiseera. Kana malees, Inshuraansiin Awaash dameewwan Inshuraansii Jireenyaafi Fayyaatiin akkasumas Takaafuulin industirii Inshuraansii biyya keenyaa keessatti sadarkaa dursummaa isaa kan itti fufsiise yommu ta’u, dhaabbilee inshuraansii dhuunfaa biyya keenyaa immoo akaakuu hundaanuu garaagarummaa olaanaan dursuusaa itti fufsiiseera.
Inshuraansiin Awaash qaamolee milkaa’ina olaanaa kana dhugoomsuu keessatti qooda ol’aanaa qaban kanneen akka maamiloota dhaabbatichaa, hojjettootafi birookaroota hundaaf galata guddaa dhiheessa. Gara fuuldurattis tajaajila inshuraansii amansiisaa dhiyeessuun, maamiloota isaaf wabii amanamaa ta’uufi guddina damee inshuraansii biyya keenyaaf gumaacha olaanaa gochuuf ciminaafi kutannoo olaanaan kan hojjatu ta’a.
Inshuraansii Awaash
Isin waliin…
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Address
Ethiopia
Addis Ababa
12637