Abbu
11/02/2024
13/09/2023
'uun Of faluudha.
12/09/2023
Today,s Best photo
❤❤❤❤❤❤
12/09/2023
Guyyan Arra kun badhaasa Rabbin siif Kenne!
Alhmdulilah Jedhii rabbii kee galateeffadhu
Fayyaa Guutu Qabatee Guyya Arra Arku Keetif alhmdulilah
Kaleessa seenaa dha. Bor iccitiidha.
Kaleessa irra deebi'uuf hin jiraatin
Har'a akka haaraatti jiraachuu jalqabi.
Hanga hafuura qabdutti waan barbaadde hunda ta'uuf carraa qabda.
Waan Dogongorte sirreessuuf carraa qabda.
Hiriyaa koo, taphoota hedduutu jira osoo Galma kee bira hin gahin injifatamu hin qabdu
Kanaaf ka'i! Mo'ataan gonkumaa hin rafu!
Wagga haaraya Kanatii Injifanoo addaa Galmessi barii Ka mata Kee Itti Injifattu siif haa ta,u
12/09/2023
Happy new year 🎊🎊🎊
Today,s Best photo
🧡❤️💚💙💛💜
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa
15/09/2023