MARTI KET

MARTI KET

Share

Photos from MARTI KET's post 25/03/2026

🚨 BREAKING 🇮🇷 Iraan karoora dhukaasa dhaabuu US qabxii 15 qabu kuffifte. Tehran haala ishee eegde garuu lola lafaa itti fufe.

🚀 Haleellaan misaa'elaa fi diroonii haaraan mudachuu gabaafamee, waldhibdee daran hammaate.

23/05/2025

"Baga nuuf jiraattan. Arra guyyaa 15/09/2017 ganama sa'aatii 3:00 irraa jalqabee barsiisotni yuunivarsiitii Odaa Bultum marii irra oolle. Waltajjii kana kan geggeessan obbo Iliyaas Ummattaa I/A af-yaa'ii caffee oromiyaa, Bulchituu G/Harargee Lixaa Adde Ikraam Xahaa fi presidenti Yunivarsiitii Odaa Bultumm prof. Muktaar Mohaammad yoo ta'an , Ebsa Muhammad'n barreffamni marii olirraa itti ergame nuuf dhihaateera. Jalqabuma irraahuu Sodaa irraa kan ka'e hirmaattotni marichaa muummee hunda irraa nama 3-6 qofa kan hirmaachisan yoo ta'u kan hafan hundi qaama hoggansa yuunivarsiitichaa president irraa hanga department kan jirantu hirmaatee ture.

Barsiisonni hundi yaada kennachuu irraa kan callisan yoo ta'u faarsee bultootni hoggansaaf ergamoo ta'an yaada dhimma barsiisaan wal hin qabannee fi namoonni biroo akka carraa hin arganneef qofa itti yaadamee akka yaada kaasan ta'e. Yaanni ijoon barsiisaa ilaalatu tokko osoo hin ka'in gabaasa waggaa 7 kan bilxiginnaan hojjedhe jedhee soba isaa afuufu kan qabatamaan lafa irra hin jirre dhaggeeffannee galle. Yaada isaanii irraa kan hubatamu garuu sodaa hamaa keessa jiraachuu isaaniiti. Barsiisaan yoo walii galee kutannoodhaan qabsoo isaa itti fufe mirga isaa yeroo gabaabaa keessatti kabachiisifachuu ni danda'a. Abdii hin kutatinii Jabaadhuu barsiisaa......"

14/05/2025

Kabitoo me miscolla godhi 09

14/05/2025

With Dr. Firomsa Jibril – I just got recognized as one of their top fans! 🎉

Want your business to be the top-listed Business in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address


Addis Ababa
1000