CWW Horse Riding Club
18/01/2026
Fardi Oromoo biratti kabaja! Matumayyuu akka ilmoo isaatti ilaala! Ni kunuunsa! Ni mararfata.
Anis Abbootii koo irraa kana dhaaleera!
Fardi anaf amanamaadha! Hiriyaadhas!, fardi nama kuffisee gatee hin deemu, fardi miira Namas ( Abbaa fardichaa) ni hubata. Namaf walii gala! Addunyaa kana irraa fardi goota! Jabaadhas! Fardi Anaaf Simboo dha! Nan mararfadha! Kanaafiin olmalee koo farda waliin tasiifadha." Caaltuu Warra Waddessaa
CWW Horse Riding Club
17/11/2024
Horse ! Love, trust
16/11/2024
Fardeen babbareda yoo barbaddaan nu biraa argattu .gatii madaalawaan, akkasumas mi'a fardaa waliin.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Abeba
Addis Ababa