Garuma Batiri

Garuma Batiri

Share

10/04/2026

Hoolaa Faasigaakoo
situu Naarraa dhiqee cubbuukoo💯❣️

Guyyaa Guyyaan sii Ayyaaneeffadhaam💌

01/04/2026

Isa. 29
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁰ Warri nama cunqursan in badu, warri ga'iftuun in dhumu! Warri nama irratti hamaa yaadan hundinuus lafa irraa in balleeffamu;
²¹ warri dubbii sobaatiin maqaa namaa balleessan, warri balbala kellaa duratti nama dhugaadhaaf falmu dura kiyyoo kaa'an, warri sobaan dhugaa ba'anii firdii nama duraa jal'isiisanis in dhumu.

Want your restaurant to be the top-listed Restaurant in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Ambo
Addis Ababa