Bargaay Labuu
02/01/2021
Hamzaa Mohammad mana hidhaa Qaallittii Jawar Mohammed faa dubbisuuf deemee achimatti qabanii hidhan. Sim kaardii bilbilaa 4 harkatti arganii hiine jedhan. Akka FBC gabasetti ammoo Siim kaardii Jawaariif kennuu dhufe jedhan. Kuni waan dhugaa irraa fagaate. Mee Jawar mana hidhaa keessa taa’ee kan bilbila hin qabne, kan yeroo hunda gola itti hidhamee jiru seenanii sakatta’an, kan marfamee eegamu, maal gochuuf siim kaardii bilbilaa isa barbaachise?
Want your organization to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the organization
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
AWAY