Chacha MS
29/04/2026
Har'a hundumtuu fira keetiππ
Fakkeenyaa Dubartoota Turte.
Garuu Si ciqilan. bilisummaa si dhoowwan. sitti duulan. Biyya namni hatee jiraatutti, bilisummaa ati ofiif kennite si dhorkachuuf olola miidiyaa Hawaasaan si hadheessaa turan.Anaan giiftiikoo Nama si hubatu dhabede
Jechaa namaa dadhabde dhugaa qabda.
Jechaafi jecha namaa haqattee, jabaatte osoo Jennuu lubbuun Kee darbuu Yoon dagahu Hedduun gadde. Nan laafe. humnan dhabe. qaamaan si beekuus baadhu Kutannoofi bilisummaan ati ofiif kennitu Fakkeenya dhalootaa ture. Nagaan boqadhuun nama hin galchituu, nagaan boqodhu.πππ
02/08/2025
TikTok Β· Chacha Market Solution π Check out Chacha Market Solution πβs video.
AI Training
Click here to claim your Sponsored Listing.
Website
Address
AA
Addis Ababa