Humna Wangeelaa
24/07/2021
Jajuun koo isa!
09/07/2021
Quba qabaadhu!
________________
Yeroo rakkinni si marsee dhiphinni jireenyakee dhuunfatu gadda keessa jiraatta. Garuu, rakkinni fi dhiphina kee sana booda akka waanti gaariin tokko jiru amani.
Gaafa Waanti gaarii ati hawwitu sun harka kee seenutti immoo dhiphina kee kaleessaa hin yaadattu.
Amma, dhiphinaa, rakkina fi gadda keessa kan jirtu, Maqaa Yesuusiin Dhiphinni kee kun darbee barri ati waan hawwitu harka kee keessa galfattu siif haa dhufu!
Maqaa Yesuusiin guyyaan ati rakkina kee itti dagattu siif haa dhufu!
Yoo amante "Ameen" jedhii fudhadhu!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the place of worship
Website
Address
Addis Ababa