Shagerjob.com
26/03/2022
ammayyuu dulluma-keessa dhufta jedheen si eega. abdii hin kutadhu
Ani maqaan koo Fira’ol jedhama. Dhaloonnikoos ta’e guddinnikoo magaalaa Shaambuu dha. Ililliin intala miidhagduu olla keenyaati. Maatinkoo fi maatiin ilillii olla irrayyuu darbanii akka maatiitti jiraatu. Anii fi ililliiniis waliin mana barnootaa deemna, waliinis qayyabanna. Namoonni baay’ee obbolaa nu seehu. Ani barumsakoon cimaa fi kanan sadarkaadhaan bahu yammuun tahu ililliinis barattuu dadhabduu jedhamtu miti. Yammuun ishii qo’achiisu dafee isheef gala, barattuu giddu galeettii jedhamtu turte. Amma qaamaanis yaadaanis guddachaa dhufneerra. Maaliif akka ta’e hin beeku dhiroonni biraa ishii duukaa taphatan baay’een hinaafa. Garuu akka narratti hin beekamneef carraaqqii guddaan godha. Ililliinis yammuu dubartoota biro faana na agartu miirrii dallansuu irraa mul’ata.
Amma wantin hubadhe, lamaan keenyuu akka wal jaalannuu fi garuu baasnee walitti himuu akka sodaanne dha. Amma isa duraa caalaa walitti dhiyaachuu, waliin yero dheeraa dabarsuu eegalleerra . galgala hanga sa’aatii lama sadiitti yeroo tokko tokko mana keenyatti, kutaakoo keessattii yeroo kaanimmoo kutaashee keessatti waliin qayyabanna. Duraan yeroo wal agarru waa’ee barumsaa qofa haasofna ture. Amma garuu........
Guutuma isaa Asii dubisaa 👇👇👇👇
bm.bbcko.com
bm.bbcko.com
17/03/2022
17/03/2022
Beautiful People👌
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Address
Addis Ababa
1000