Galaan

Galaan

Share

19/01/2022

Bullion Garmaama tola

03/08/2021

Eenyuuf Eenyuun lollaa? maalif Orma gidduutti dhumnaa? Gaaffii Pol. Humna Addaa Oromiyaa
====================================
"Kaleessa Harargee irraa ajaja tasaatin nu kaasan, kan kaanes utuu ofii qaama nageenyaa taanee jirruu humna kan biraatiin marfamneeti. Amma Naannoo Amaaraa Sameen Shawaa Geenyee jirra. Utuma deemnu bakkuma jirrutti dhaabbadha jedhanii imala keenya dhaabnee jirra. Nuti marsaa 2ffaa bobba'aa kan jirru yoo ta'u, Odeeffannoo ijoollee marsaa duraa deemani irraa amma nu qaqqabeen, diddaa/waldhabdee Eenyuuf Eenyuun lollaa? maalif Orma gidduutti dhumnaa? jedhuun, miseensotaf Hooggantoota gidduutti Uumameen walitti dhukaasanii akka wal miidhaniidha. Kana malees waraana keessatti wal gaarreffannaa Humna addaa Amaaraa faana Uumameen Miseensonni keenya rukutamanii jiru. Kaan achumatti hidhamanii Adabbii waraanaa fudhachaa jiru. Amma bakka jirrutti akka dhaabbannu kan taasifamnes haalota kanaan wal qabateeti nutti fakkaata. nuun deemne akka taanu taana. Warra nu booddee jiranifis ta'e mootummaa Naannoo Oromiyaa irratti dhiibbaa nuuf dhaamaa😭"

Want your university to be the top-listed University in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address


Addis Ababa