Aayyoo
24/06/2024
Baga gara giddugala barnootaa toora interneetii Aayyoo dhuftan!
Addunyaa har’aa guddachaa jirtu kana keessatti barnoonni qulqullina qabu egeree carraa daangaa hin qabne banuuf furtuudha. Giddugala barnoota toora interneetii Aayyoo keessatti, carraan barnootaa daangaa teessuma lafaatiin daangeffamuu hin qabu jennee amanna.
Teeknoloji ammayyaa fayyadamuun barsiisota muuxannoo yeroo dheeraa qabaniin bakka jirtan teessanii carraa baruumsaa akka argattanif, barnoota idilees ykn deeggarsa dabalataa(tutori’alii) barachuu yoo feetan, giddugalli barnoota Aayyoo furmaata waaraa isinii qabatee dhufee jira.
Giddugala barnoota toora interneetii Aayyoo waliin ta'uun:
- Imala barnootaa jijjiirama fidutti seena.
- Egeree ifa ta'e daa'ima keessaniifis ta’ee kan ofii mirkaneessaa.
- Milkaa'ina barnootaatiif qajeelfama keessan haa taanu.
Giddugala barnootaa toora interneetii Aayyoo
𝐀𝐲𝐨𝐄𝐱𝐩𝐫𝐞𝐬𝐬 በኢንተርኔት መረብ አማካኝነት የተላያዩ ግብይት አገልግሎትን በጥራት ለመስጠት የተለያዩ ዝግጅቶችን እያጠናቀቀ ይገኛል ፡ በመሆኑም ባላችሁበት ሆናችሁ የምትፈልጉትን እቃ ማዘዝ ትችላላችሁ እኛ በፍጥነት እናደርሳለን። አዩ-ኤክስፕረስ
Ayoexpress daldala kaaraa toora intarneetin gaggeessuuf qophii garagaraa xumuraa jira.
maarree meshaa barbaaddan bakkuma jirtan teessani hajajachu dandessuu. Yeroo gababaa kessaatti isin biraan geenya. Aayyo ikspiress.
https://www.facebook.com/AayyooExpress/
AyoExpress
Aayyoo Express
We connect people and products – opening up a world of possibility. From needle to mi
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the school
Telephone
Website
Address
Addis Ababa