Muhe jalala

Muhe jalala

Share

Photos from Muhe jalala's post 11/09/2024

......... ..Koo ANNIYYO YAA RABBI HIDHAA CINQII SAN KEESSA NAAF BAASI

BARRI 2017 GADDAAN EEGALUU KOOTI....
Ati anaaf goota dha
Goota onneen barbadaa
Jireenya moo'achuudhaf
Koometti baatte madaa

Jilba keetin madooftee
Miila keetin luqqaatee
Hiriyaadhan na qixxeessuf
Waan kana hunda taatee

Gadi jechuu filattee
Anaan ammoo ol qabdee
Boqonnaa anaaf laachuuf
Ofii keetif dadhabdee

Akka haadhaa naaf taatee
Dabalataniis Abba
Qooda kan koo fudhattee
Naa buutee baate tabbaa

Arrabni koos dubbatee
Qalamni koos barreessee
Olmaa kan Kee hin fixu
Hamman fedhe tarreessee

Ati anaaf addaadhaa
Oolchituu bara beelaa
Otoon si hin qabaannee
Yoona bu,eera eelaa

Garaatti kan naa baatte
Dugdatti kan naa baatte
Otoo sitti hin xiqqaatin
Otoo naaf jettee joortu
Naguddifachuuf fiigduu
Sitti dhiiteerti baatiin

Soorattee gara hin qabdu
Sirraa dhumeera foonnii
Hiyyummaa keef si jibbe
Si balfate namoonnii

Akka duriitti hin jiraattu
Harmee koo kana boodaa
ATTI HIDHA NAA BAANAN
Humna kan koo siif qoodaa

Galmee seenaa irrattin
Maqaa Kee siif barreessaa
Bakka ati yaadde gaheen
Qaceellotti si boonsaa

Qaaman sirraa fagaadhus
Yaanni kan koo sibiraa
Kana booda hin yaaddaa'iin
Harmee anoo siif jiraa......guutuu walaloof ija Ija Oromo add godhaa???????

Love and Respect for mothers

Sheer waliif godhaa Wal haa jabeessinu
nagayaan naaf turaa GAGA GEESAN 2017 HAGAN HARMEEN KOO HIDHAA BAATU ANI GAMMACHU HIN QABU BY MOHAMMED JALALA

03/05/2024

!
Yaadakee to'adhu sababni isaa Yaannikee jechakee ta'a
Jechakee to'adhu sababni isaan jechikee gochakee ta'a
Gochakee to'adhu sababni isaas gochikee amalakee ta'a
Amalakee to'adhu sababni isaas Amallikee eenyummaakee ta'a
Eenyummaakee to'adhu sababni isaas Galmakee Murteessa wan ta'ef

03/05/2024

osoo jennu Rakkoon
ummata Harargeedha
daanga'a itti dabarte!
Ahaaa bakka kee ani haa
beela'u!😭 yaa ummata koo

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address


Addis Ababa