Nama biyya orma

Nama biyya orma

Share

26/10/2023
25/08/2023

bani balbala jaalala

Naaf bani malee natti hin
Cufin balbala jaalala keetii
Yoo natti cufte beeki anaan
Sammuun koo na dhippattii

Laalaan jaalala teetii
Baayyee natti hammaate
Anaan jeeqaa jiraa
Qalbii koo na hatee

Naaf dirmadhuu malee garaa
Natti hin jaabaatin sanyii koo
Yookiin na dhiphistee
Na hin naqin rakkoo
..✍️By Fuad_Juwar

Nagaan Bulaa 🥰

Join
♥️ ♥️
♥️ ♥️

Want your business to be the top-listed Food & Beverage Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address


Addis Ababa