MALOL MEDIA

MALOL MEDIA

Share

Photos from MALOL MEDIA's post 02/01/2026

✓ {GALALCHA CHARITABLE ORGANIZATION} Miseensa isaa Buufata Magaalaa Siree Buqqiitiif Leenjii kennaa ture.
=================================================
✓MUDDE 24/04/2018 Duulli Koree Boordii Dhaabbata Gargaarsa Galalchaa tiif Hojjatoota Dhaabbatichaatiin Durfamu Saganticha irratti Argamuun Leenjii Kenani.
✓Dhaabbanni Galalcha Charitable organization Hujii misoomaa tiif Hujii Aadaa kan-dhimma ilmaan Fi intalaa irratti kan-xiyyeefatuu Haala Fi Yeroo kamitittiu Dhimma Yeroo itti hin-kenine te,uu ibse.
✓Haaluma kanaan -miseensa Koree Boordii Dhaabbata Gargaarsa Galalchaa obboo Horoo Birbirsaa Haasaa Godhaniin Dargaggoon Miseensa Dhaabbata Galalchaa charitable organization tuni Aadaa Amma Abbootarraa Dhaaltani tana Akka Imaanaatti qabatame.Akka Dhaloota Duubaaf Dhufuuf Akka Lafa keyamu Dubate.
✓ Akkasuma Dhaabbanni Kuni Dhaabbata Yeroo Ammaa kana Hojii Damee Dhaabbata Fi Hojii Aadaa tan-ilmaa Fi intalaa Hojjatiisaan Namoota Baayyeef furmaata te,isatti jiraachuu irratti kan- argamuudha.
✓Hirmaatoonni Miseensa Dhaabbata Gargaarsa Galalchaa, tiif Qaamoleen Sagantaa kana irratti hirmaatani Hujii Karaa Dhaabbata Galalchaa charitable organizationiin hojjata ture kana Baasonfatani.
Akkasuma Akka Dargaggoon Galmeessaa Duuba jedhanitti Dhaabbatichi Dhaabbata Dhalootaa fi Lammileef Bu,aa Buusuuf Akka Dhaabbate ibasa Godhaniiru.
✓ Haaluma kanaan Bu,aa Hujiin Dura dhufu Adoo hin-teene Bu,aan Nuuti irratti xiyyeefannu Bu,aa Bu,aan Duuba dhufu te,uu QABA.jedhan.
= Gundunfaa. Dargooggoon Galmesa Duba Akka jedhanitti Nama Biyya jirjiiru ykn Biyya namaan jirjiirantu.
Fknf ..NAMI Biyyaa jirjiiruu Dande,u.....sin-ala kan-biraa hin-eegin suma Mataa KEETI waan-te,eef.
Akkasuma Biyyi kan-jirjiirantuun nama biraa Adoo hin-teene Suma Mataa KEETI...kanaafuu jirjiirami Diqqaan siin-jalqabame . Baayotaan milka,a!!
-Galalcha -Charitable -organization
Whith MALOL MEDIA 🎙️

Photos from MALOL MEDIA's post 23/11/2025

!!. Waan itti amane dubbatee bakka itti dhiite bula. Hortee isaatti Kuush; saba isaatti Oromoo. Gosa isaatti Gujii; fincaan isaatti ka Baatii Jolliiti. Akaakoo isaatti Galchuu Jolliiti. Abbaa isaatti Uddeessaa Galchuuti. Barsiisaa isaatti Dhaddacha Gololchaati . Gorsaa isaatti Xulaa Duubeeti. Hiriyyaa isaatti Professor Balakkoo Gumiiti. Onnee isaatti ta Ilaalaa Kaffaalaati. .......
? Akkamitti sobee haa jiraaturee? Dhugaa fi rakkina uummata isaa dura dhaabatee qalamaan lolee dhaloota hadhaatiif daandii saaqe.

Meeshaa hidhatee hin qabu; Oromiyaa wodhakkaa tee'ee Afrikaa fi Addunyaa sochoosee Gadaa UNESCO tti galmeessise. Raayyaa Midiyaa kumaatama itti bobbasanulle qolatee diinolee afaan qabachiise hujii fi seenaan_isaa_Diroonii_caalaa lafaa fi sammuu namaa seentu.

Uddeessaa_ Galchuu Oolmaan keeti galmee seenaa keessatti bakka bu'ee hin cannee fi bakka moofayee hin shanne sii keennee jirra.
dhaloota qubee fi dhagarsiisaa daandii kalee gumaatatti siin male!.

15/11/2025

DEcx Spotlight: Master Abinet Kebede

The Digital Hero Inspiring Change!

Born in Durame, in Ethiopia’s Kembata Tembaro Zone, Master Abinet Kebede has become one of the country’s most inspiring digital figures. With over 4.2M followers on TikTok, 1.3M on Facebook, and more than 105K on Instagram, Abinet’s influence extends far beyond entertainment it’s a force for good.
He first rose to fame as a martial artist and motorcyclist, captivating audiences with his energetic and creative videos. But what truly sets him apart is how he has transformed his online presence into a platform for social change. Through his content, Abinet promotes compassion, resilience, and community spirit.
Beyond the screen, he has become a beacon of hope for many, using his TikTok Live sessions to raise funds for elders, the homeless, sick and those in need. His charitable initiatives and consistent engagement in community development have earned him admiration across the nation.
Master Abinet Kebede embodies the spirit of modern heroism using creativity, authenticity, and digital power to make a lasting difference. His journey reminds us that influence is not just about numbers it’s about the lives we touch and the hope we inspire.



This story is brought to you by Debo Engineering, a leading digital innovation and software company, in collaboration with DECx Marketing Agency, Ethiopia’s influencer and brand storytelling agency.


MALOL MEDIA

14/11/2025

MALOL MEDIA

Want your business to be the top-listed Media Company in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Addis Ababa