NAATOO
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Saamii Dhaba, Malkaa Doobbaa
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Yoomiyyuu Beekaa, Anis Jiraa
VS
Beekaa ta'uuf malee beekamaa ta'uuf gonkumaa hin carraaqiin. Sababni isaas beekaa fi beekamaa gidduu garaagarummaa guddaatu jira.
Beekaa ta'uun waan haaraa barachuuf carraaquu, kaleessarraa barachuun kan boruuf of qopheessuu isa darbe caalaa kan dhufu irratti xiyyeeffachuu fi kanneen kaan hafan waliin michooma kan qabu yoo ta'u beekamaan garuu kaleessa waan xiqqoo bu'aa buuse hojjetee san booda hamma bara jireenya isaa guutuu isumaan faarfamaa, leellifamaa jiraachuuf kan carraaqudha.
Beekaa ta'uu moo beekamuutu dursa?
Kanarratti namni kamiyyuu yaada dhuunfaa hedduu maddisiisuu danda'a. Kanas haa ta'u sana akka walii galaatti hundaa dursuu kan qabu waan ta'e tokko beekuudha. Erga waa'ee waan sanaa beekneef booda ittiin beekkamtii argachuun/beekamaa/tuu ta'uun baay'ee salphata. Garuu otoo waa'ee waan sanaa haala hin beekiin beekamuun ofiifuu salphina qabatee duubaan nama hordofa.
Kanaaf ergaan dubbistoota koo hundaaf dabarsu beekamaa ta'uuf waan hunda dursinee beekuun baay'ee barbaachisaadha. 'n dhaamsa kooti.
Maddi beekumsaa eessatti argama kan jedhuufimmoo maxxansaa itti aanu...
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa