Sozo Tube

Sozo Tube

Share

16/04/2026

Waaqayyotti dhi'aadhaa, innis isinitti in dhi'aata. Isin warri cubbamoonni, harka keessan qulleeffadhaa. Isin warri garaa walaallammii, garaa keessan qulqulleeffadhaa!
¹⁰ Goofticha duratti gad of deebisaa, inni ol isin in qaba yaq 4:8🥰🙌

24/03/2026

Isa garaan isaa cimsee si amanatuuf ati nagaa guutuudhaan in eegda waaqayyoo gooftaan kattaa yerro hundumaa jiiraatu waan ta’eef bara baraaan isa amanadhaa! Isaayaas 26.3-4
Yohannis 14-26-27🙌

16/03/2026

isaa biyyaa lafa gane yesuusif jilbefate Artisti chala Bultume 🥺❤️😘

05/03/2026

kadhata kanan ebbifama 🥺🙏🥰 biyyaa keenyaf nagaan haa ta'uu ameen ♥️

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Oromia
Addis Ababa