Bulcha Media
08/05/2026
ዶ/ር አብይ ምርጫውን ያሸንፋል‼️ አመርጠዋለሁ የሚል 1 ቁጥር ይፃፍ ✍️
የምርጫ ምልክት 🌾🌾🌾
゚viralシ
゚
07/05/2026
Biyya habashaan gurgurtee Oromoon deebisee jira garuu ammas harki hanna bare doolutu socho'a akkuma jedhan baandummaa isaanif biyya gurguruuf halkanii guyyaa hojjeeta jiru.
👆Walitti dhufeenyi dantaa Kaayiroo -> Poort Sudaan -> Asmaraa -> Mekellee -> Faanoo irraa dhufe saaxilamee jira
👆Sudaan: "Dirooniin Itoophiyaa galaana keessaa buufata xiyyaaraa Kaartuum barbadeesse" jechuun himannaa kallattiin dhiheessite.
🫵Masirii fi Eertiraa: Masiriin ragaa tokko malee Itoophiyaa yoo komattu, Asmaraan gocha kana cimsitee balaaleffattee, walitti dhufeenya waraanaa fi siyaasaa Kaayiroo waliin qabdu agarsiifte.
👌Biyyoota Galoo Galaanaa: Sa’udii Arabiyaa fi Qaxar abbaa biyyummaa Sudaan wabeeffachuun ceephaa al-kallattiin Itoophiyaa irratti xiyyeeffate fakkaatu baasan.
👌Siyaasa Tigraay TPLF: Bulchiinsa yeroo Taaddasaa Waredeen durfamu humnaan kuffisuudhaan Waliigaltee Piriitooriyaa osoo hin beekin aangoo naannichaa dhuunfattee waraanaaf of qopheesse.
🤌Deebii Faanoo: "Welkaayitiin kan keenya" jedhu dagachuun, tarkaanfii TPLF kanaan baay'ee akka gammade ifatti ibsee, akka baandaatti Sudaan cinaa dhaabbate.
👌Haalota kana yommuu ilaallu, toora dantaa Kaayiroo -> Poort Sudaan -> Asmaraa -> Mekellee -> hanga Faanootti babal’achaa ture qabatamaan ifa ta’ee jira.Dhiibbaa dippilomaasii fi waraanaan Itoophiyaa marsuuf yaaliin cimaan godhamus, addunyaan dhugaan kun itti hin mul’anne hin jiru. Daba salphaa kana humnoonni biroo hubatanii Itiyoophiyaa cinaa akka ta’an ifaadha.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Telephone
Website
Address
Addis Ababa