First Show

First Show

Share

25/02/2026

Harmee😭
Yoo gargaaruu dadhabde Share gochuu hin dadhabinii facaasii wal biraan gahi😢
Gama tiktookii live irraa jirraa koottaa!
Harmeen tuni waan nyaattee dhuuydu akkasuma waan afattuufi waan afattus hin qabdu,gama live tiktookii mana Waan Ofii Koo Jawee /haadha Faaxeetti koottaa🙏

24/01/2026

Guyyaa Boruu Duula Qulqullina Haroo Haramaayaa qabna Darggaggootaafi Hawaasni Haramaayaafi Magaalaa Maayaa hin hafinaa isiniin jedhu Bulchiinsi Magaalaa Maaaa

eegaa Haroon Haramayaa qabeenya waloon qabnu kan waloon kunuunsuu qabnuudha,kanaafuu Dargaggoonni keenya hundi osoo hin hafne waamich waloon Haroo Haramayaa haa qulqulleessinuu jechuun isiniif taasifame kanarraa hin hafina isiniin jenna

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Tubef, https://www.youtube.com/@seenaatubef

Address


Addis Ababa