Gadaa Printer

Gadaa Printer

Share

23/09/2018

baga ayyaana irreechatin nun gahe jechaa Namoota meshalee adda adda kan akka T-sherti, baanari, fi Alaabaa barbaadan hundaaf akkaata fedhii fi ajaja keessaniin qulqulinaa fi gatii madalawaan hojjane kan isinif dhiheesinu yoo ta'u. Namooni meshaalee kaniin argachuu barbaadan bilbilaan nu qunamu dandeessu. qaamni ammo magaalaa Adaamaa hoteela Diree Dawa fuuldurati nu argatu.
Mana Maxxansaa Gadaa.

Want your business to be the top-listed Business in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address


Adama