Rayyan
14/05/2026
MashaAllah Eebbifamtoota Hifzi Qur'aana!!โฃ๏ธ๐งโฃ๏ธ๐
Towba
07/05/2026
Jawar Mohammed duris galii Tiktokin hin jiraatu๐คทโโ๏ธ
*****************************************
Tiktok Jawar Mohammed irratti duulanii guba! Nama jaabaatetti hinaafun aadaa dhaloota ammaa tahaa dhufuu jirti. Dhaloota ammaa qofa osoo hin taane dhaloonni duris kanarraa hin fagaatu. Haasidummaan, jibbansi, olala sobaatin wal cabsuun silaa namni nu caalu waan jiru batti hin fakkaatu! Deemsi Leencaa saree duchisiisun waanuma jiru waan ta'eef ummanni Surprise tahuu hin qabu! "Azaaba keessa ummata gurraachatu baay'ata" jedhan warri adiin. Gammachuun namaa guddinni namaa, milkaa'inni namaa hirriiba nu kutuu kana yoom dhiifna? Gaafa gareedhan namni sirratti duule ati kophaa kee hanga jabaa akka taate mul'isa!๐ Jireenyi namaa hirriiba isin hin dhoorginii jireenya keessa jiraadhaa! Waa'ee namaa caalaa waa'ee keessan irratti xiyyeeffadhaa! Walumaagalatti yaanni kiyya Jawaar Muhammad ilaalcha siyaasaa isaa jibbuu dandeessan garuu namummaa isaa jibbuun hinaaffaadha! Haasidummaan (waanyoodha). Akka dhuunfatti ilaalcha siyaasaa Jawaar hordofu jibbuuf namummaa Jawaar jireenya dhuunfaa isaa jibbuu hin qabdu. Wal jajjabeessurra walirratti duulun kun maalif nuuf salphata beeytanii? Haasidummaadh! Kana wanni gabrummaa, hiyyummaafii gadadoo keessaa bahuu dhabneef! Ofumaa jedhaatii amala kana dhiisaan dhaamsa kiyya! "Ofii je'ii na dhugi" jedhe je'an dhadhaan!
Dr. Hamza Jemal
ุตูู ุนูู ุฑุณูู ุงููู
๐๐ฎ๐น๐น๐ฎ๐ฎ๐น๐น๐ฎ๐ฎ๐ต๐ ๐๐น๐ฒ๐ฒ๐๐ถ ๐๐ฎ๐๐ฎ๐น๐น๐ฎ๐ฎ๐น๐น๐ฎ๐บ