Addisu Karrayyuu
06/07/2025
Akkam Jirtu Kabajamtoota Uummata koo Oromo Yeroo Dheeraa booda Hojii Haaraan deebi'e dhufera
Walle koo haaraan HAA TA'UKA Jedhuun karaa YouTube GEELLOO ENTERTAMINET isin bira geessisuuf qophii xumureen jira
ammasitti subscribe gochaa nu eegaa
👉 https://www.youtube.com/
08/20/2024
Kana hin ture Kebeki koo kan wallii mari’anne,??
Annaan ....Nagaan Boqodhu.!!
06/29/2024
Har’a's Siin jalladha Akkuma kaleessa
Bakka gaarii qabdaa Onnee Kan koo kessa!!
Har’a's Sijaalanna Akkuma kaleessa
Bakka gaarii qabdaa Onnee Oromoo kessa!
Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Washington D.C.?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the public figure
Telephone
Website
Address
Washington D.C., DC