Offer worked
23/01/2026
Dubartii Qarshii Qabdu Moo Dubrummaa Qabdu Irra Filattan? An Qarshii Malee Dubrummaa Hin Qabuufin Je'e 😍
27/09/2025
INTALA HUNDI NAMAA JAALLATEEN!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Gurbaan tokko Abbaa isaatiif intala akkaan bareeddu wahii arge onnee isaa akka boojite fi akka jaallateen itti hime. Abbaan gammade intala kana ilma isaatiif kaadhimudhaaf deeme.
Abbaan dhaqee akkuma intala kana argeen jaallateenii ofii hawwe. "Dhagahii yaa ilma koo intalli akkanaa kun sif hinmaltu nama akka kooti muxannoo jireenyaa qabuutudha kan fuuchuu qabu" jedhen.
"Gurbaan aaree fuulli isaa gurraacha'e Lakki anatu fudhaan atii hin fuutuun" jedhe.
Wali galu dhabnaan furmaata barbaacha Abbaa fi mucaan wal qabatanii buufata poolisii deeman. Ajajaa polisiitiif waan isaan gidduutti uumame hennaa itti himan. " mee intalattii fidaa isiin eenyu akka barbaaddu gaafannaan" jedhe.
hennaa intalli dhufte polisiichi arguun bifa ishiitiin dinqisifate " intalli kun isiin lamaaniifuu hin maltu polisii akka kootif taatii anatu fuudhaan" jedhe. Sadanuu wal dhaban walqabatanii gara kantiibaa biyyattii bira deeman dhimma isaan gidduutti uumame akka furuuf.
Kantiibaan biyyattii hennaa intalattii argu innis jaallateenii " intalattiin kun hunda kessaniifu hin maltu kantiibaa akka kootiitu isi fuuchuuf mala" jedhe.
Intalattiin yeroo kana argitu anii furmaata qaba jette.
Anii nan fiiga Hundii kessanu na duuba fiigaa Abbaan na bira gahe na dhaqqabe anii kan isaatii isatti heeruma jette waliif galan. Osoo isii duuba fiiganuu hundinuu bolla kessa kufan.
Achii booda intalli garagaltee ilaalteenii anii eenyu akka tahee beektu? ANII DUNYAADHA jette.
Hundii namaa na jala fiiga ana argachuudhaaf wal dorgoomu. ana bira gahuudhaaf diin isaanirraa dabu oso na dhaqqabatiin qabrii kessa seenu!
mee namni kanarraa gorfamuu jiraa?
✍️ANES MB.....🙏
!
27/09/2025
I'm from Russia 🌍 open to the world, and my heart is ready for friendship.
27/09/2025
Namni Fuudha Barbaaddu Keessaan Na Duubbisi 😍
Facts 💯 ❤️
Ten Unknown Facts About
Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhard and Marc Tarpenning,
not Elon Musk. Musk joined the company as a major investor and became its public face.
Model Naming Quirk: Tesla’s car lineup follows a playful pattern: Model S, 3, X, and Y.
Elon Musk has said it was meant to spell "S3XY," with the number 3 replacing an "E."
Battery Focus: Tesla's breakthrough isn’t just in electric cars but also in battery technology. Tesla has invested heavily in creating
powerful and long-lasting batteries, not only for cars but also for energy storage solutions like Powerwall.
Autopilot and Full Self-Driving: Tesla’s Autopilot is an advanced driver-assistance system, but it’s not fully autonomous. The
company is working on Full Self-Driving (FSD) software, which could eventually enable true autonomous driving.
Gigafactories: Tesla operates massive manufacturing plants known as Gigafactories, located in the U.S., China, and
Germany. These factories are integral to Tesla’s ability to scale production and reduce costs.
SpaceX Connection: Tesla and SpaceX, both run by Elon Musk, share more than just a CEO. The companies collaborate on technology, and
SpaceX’s Falcon Heavy rocket even launched a Tesla Roadster into space as part of a 2018 test flight.
Sustainable Vision: Tesla's mission is to accelerate the world’s transition to sustainable energy.
In addition to electric cars, the company is a leader in solar power and energy storage solutions.
Over-the-Air Updates: Tesla was the first car manufacturer to allow over-the-air software updates, letting owners
download new features and improvements to their cars without visiting a dealership.
AI and Robots: Tesla’s AI Day event introduced Tesla Bot, a humanoid robot designed to handle dangerous or
repetitive tasks, showcasing Musk’s vision for AI and robotics beyond automobiles.