Labsy Birasa

Labsy Birasa

Share

23/12/2022

KARA DEEMAAN DUBBATTE KEENYA
* biyya liqii fuudhachuu malee deebisuu beekneedha.
*Gootonni oromoo lubbuun darbani fi kan jiran ,oromiyaaf of laatan,Ethiopia irraammoo liqii kaa'atan.
* yeroo 2 oromiyaa gudeddee.
1) harma muraaf kolaasuu ajjeessuu.
2) morma muraaf Godaansa Araddaa isaarra.
* amma oromoon kessa jiru Abdii kan nama kutu yoo ta'e iyyuu,Qabsoonnii dhugaan waan jiraniif Oromiyaan Abdii qabdi ,In ijjiifatti..
Kara deema

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Vientiane?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Vieng-Chan
Vientiane