Teshale Tesgera
10/05/2026
Ija koo abboommii kee hundumaa irraa yoon buqqifachuu dhiise,
ani hin yeellaasifamu.
Faarfannaa 119:6
09/05/2026
Warri balleessaa malee deddeebi'an,
warri akka seera Waaqayyootti jiraatan haa gammadan! Warri abboommii isaaf dhugaa ba'u eegan, warri garaa guutuudhaan Waaqayyoon barbaadan, Faarfannaa 119:1-2
05/05/2026