Singer Getu Tashome
17/06/2025
Mana Leenjii Muuziqaa
Barsisaa muuziqaa Dani Gurmesa
Galmee barnoota gannaa eegallee jirra... Kottaa muuziqaa baradhaa!
Mana Barumsaa Muuziqaa El-rohi
Lafa itti hawwii ofii dhugoomfatan
Leenjiiwwan nuti kenninu:-
_(Music theory)
_keyboard
_vocie create
_Style create
_ exercise...
Odeeffannoo dabalataaf 0917807401
Bakki argama keenyaa Magaalaa Naqamtee.Daandii hospital specialized Nekemte Naannoo Laga xaafii jedhaamu
16/06/2025
Yemmuun si waaqeffadhu qofan nagaa argadha 🔥🔥
Yaa Waaqayyoo koo 🤲
Qarshiin, beekumsi, aangoon, beekamtiinis nagaa namaaf kennuu hin danda'u✝️
Barruun nagaa roonsu kan kee qofadha. Bagan kan kee ta'e
Keetoo baga gargaaramte jabaadhu isa hafetu caalaa 🎸
Si tumsuun nama hin gaabbisiisu fuuldurri kee ifaadha
Waan guddaan sirraa eega🔥🔥
Click here to claim your Sponsored Listing.