Endalk Disasa
FURII MEDIA https://www.youtube.com/@endalk7505mediayoutube
Daawaa dhibee cubbuukoof..
Fayisaan argadhe!
Nuun
Dhugaa itti waamamne beekna! waan nuuf galeef yesuus Jenna
malee faayidaa biraa argachuuf miti Dhaabbatanii haasa'uu miti Gadi garagaltee shaadaa qabattee burraaqxee wanti nulaallatu hinjiru.. dhimmakeenyatu dhiigaan Jira ....yesuus gooftaadha kan nuti Jennu araadomneeti malee faaromnee miti..🤐
Kan gooteyyuu lakkaa'ee hin fixu
maalan sikomadha'
Click here to claim your Sponsored Listing.