Kidus

Kidus

Share

17/03/2024

⚽ Manchester Vs Liverpool
4 3
's best photo




Follow my page please 🙏🙏

Tasammaa Adare 'WAYYAAREE' #duet #oromo #dance #music 05/03/2024

New Music
Tasammaa Adare
YouTube Subscriber goodha

Tasammaa Adare 'WAYYAAREE' #duet #oromo #dance #music

03/01/2024

💥 Vacation time 💥💥

23/12/2023

💥💞💞💞💥

10/12/2023

Akka akkashee wallaallee ,
Jaartii moofaan awwaallee..!
Akka jedhe namtichi,
Nurka bade dubbichi..

Waa nyaachuuf wal nyaachaa,
Roorroo diinaas baachaa..
Maqaaf wal fakkaachaa..
Dukkanaaf wal laachaa..

Walitti makmaakaa,
Kan jiru wal gaadaa..
Akkoof akaakilee,
Kan du'an baraadaa..

Isa lubbuu kennu,
Sabboonaa Isa dhugaa
Jechaan hamil doomsaa,
Mooraalii isaa tuqaa..
Akkeessaaf fakkeessaa,
Waliin wuskii dhugaa..

Anaan yaa onnee ko,
Tiruu koo yaa lafe...
Anaan yaa qaroo koo,
Isa alatti hafee..!!
!!.....Dhugaan nu haa iyyaafattu...!!

25/11/2023

's best photo

Koodee lemman
Galana and Yosan
and

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Bole?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Culinary Team

Attire

Telephone

Address

Bole