Afran Qalloo

Afran Qalloo

Share

Earns-easys- Helping You Make Money Easily 08/08/2025

https://earns-easys.top/61351568144244

Earns-easys- Helping You Make Money Easily Earns-easys is the #1 marketing network. With over $14 million paid to 300k members, Earns-easys lets regular users make money with social media and friends!

Photos from Afran Qalloo's post 26/07/2025

Oduu Ammee!!

Oromiyaa keessatti iddoo gara garaa keessatti Hiriirri mormii gaggeeffamaa jira. "Mirgi abbaa biyyummaa Oromiyaa haa kabajamuu, weerara daangaa Oromiyaa kan Bilxiginnaa qumaara taphataa jirtuun ni balaalleffanna, oomishinni Jimaa Harargee bilisaan gabaatti dhiyaachaa qaba" jachuun ummatni itti muddaa jira!!

Mirga keef falmadhu!! πŸ’”πŸ‘

05/12/2024

Quba qabaadha!
---------------------------
Gurmuun badiisaa Biltsiginna jedhamu, dhibdee siyaasa bu'uurra irraa furuu irra olola rakashaa marsaa 51ffaatti jira.

Kutaa waraana 2, Birgeedii 23 ol Oromiyaa keessa socho'u keessa, cibiraa tokkoon miidiyaa dhuunfatan itti fayyadamuun propaganda gadi bu'aa dalagaa jiru.

Kutaan-waraana tokko nama 5,000 ol qaba. Birgeediin tokko nama 2,000-5,000 qaba. Cibraan tokko garuu nama 500 gad-qaba. Kana jechuun, waraanni kuma 60 ol bosoona Oromiaatti hafee jira jechuu dha.

Ololli amma adeemaa jiru garuu burjaajii uumuun, addunyaatti kijibuun, tarii bu'aa siyaasa bicuu buufanna laati isa jedhu dha.

Olola keessan itti fufaa. Bulee waan ta'u ilaalla. Ulfii fi dhugaan bulee mul'ata.

15/11/2024

"Hundaafuu humni ittisaa hanga ammaatti leenji'ee ture eessa dhaqee, amma immoo dhangala'aa jira?" Namni gaafatu, lubbuu fi foon qabu, nama badhaadhina qabu baduun nama gaddisiisa.

Godina Amaraatti ittisa akka baabura sirkaatti gatamuu isaa dargaggoonni guutuu biyyattii keessaa bahuun mul’isa.

Dargaggeessi dirqiin bahee, humnaan leenji'e, humnaan lolame humnaan du'a. Badhaadhinni dargaggeessa kana lola injifatamuu hin dandeenyeen ajjeese. Lubbuu dargaggeessa qaba.

Dargaggoonni na dhaggeeffadhaa!

Hoggantoota gandummaa fi dadhaboo rakkoo siyaasaa biyyattii hiikuu dadhaban fudhattanii dhiiga keessaniin furuuf hin yaalin. Harka kee kenni du'i malee lubbuu kee hin baraarin. Du'a keetif furmaanni waan hin jirreef abdii hin kutatin.

Namni biyya keetiif du'aa jirta siin jedhu sheekkoodha. Oduu durii kana isin illee hin amanan. Teessoo isaaniif du'aa jirta.

Harka kennachuun keessan rakkoo kanaaf furmaata siyaasaa argamsiisa, kanaaf carraa hundaatti harka kennadhaa.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Awassa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Oromia Media Network
Awassa
1000