Hiriya Graphics

Hiriya Graphics

Share

15/02/2024

EEBBA KITAABAA
Kitaabni OROMUMMAA FI SABBOONUMMAA jedhu Ebla 12/2016 ykn April 20/2024 Dubaayitti eebbifama.Kanaaf Ilmaan Oromoo biyya keessaa fi alaa milkaa’ina sagantaa kanaatif tumsa akka nuuf taasiftan waamicha isiniif dhiheessa.Guyyaa kana nu biratti argamuunis kitaaba kana wajjiin akka eebbisnu waamicha Oromummaa isiniif taasisa.na.
Iddaa Jiloo Badhaasoo milkaa'i bro
Via: Abduraman H

Photos from Hiriya Graphics's post 20/12/2023

Hojiiwwan keenya kana duraa keessaa.

Book cover
Banner
Logo
Facebook poster
Instagram poster
Any Promotion and advertising
Business card designs
With your ideas in our creativity!

Hiriya Graphics™️

Qola kitaabaa
Baanarii
Poosterii Facebook
Poosterii Instagram
Dizaayinii Biizines kaardii
Fi Dizaayinii Hojii beeksisaa fi promoshiinii kamiyyuu Gatii Madaalawaadhaan

Hiriyaa Graphics™️

Want your school to be the top-listed School/college in Asella?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Asella