Odaa Bus
02/08/2019
!
-
fi Oromiyaa siyaasa qofaan osoo hin taanee diinagdeenis Jijjiiruu fi guddisuu qabna. Ummanni keenyas kana irraa fayyadamuu qaba.
# Abbootiin qabeenyaas haala ummata keenya hin miineen tajaajiloota dhiheessanii ilmaan oromoo irratti hojjachiisuun waliin guddannee oromiyaas guddisuu qabna.
Iccitii ODP , KFO fi Jawaar Mohammed
Oromoon jarmiyaa cimaa barbaada, ammatti kan jiru ODP dha. Maalif duulli qindaa’ee hogganoota odp irratti deemaa kan jedhuu namnii beekuu hedduu jira . Network ODP ,KFO fi jawar walitti hidhatee jira. Ameerikaatii jalqabee ,Tun waggaa guutee jirtii, garee kanatu biyyaa harkatti galchuuf waligalee ture, kunis yoo OPDO Wayyaanee injifachuu dadhabde kan jedhuu ture.
Ammaa haali akkas mitii, gareen lamma faanti cimaa dha. Garee kana deeggaruu qabna . ODP deeggaruuf tokkoo seeneetti, ykn ragaa qaama ilaaltuuf kennineeti. Kun ni danda'amaa . Adeemsi jawar fi garee ODP kun biyyaa midha akkanatti hubadhaa .
Click here to claim your Sponsored Listing.