Caliyad Graphics
28/02/2025
Weellistuu Eebbisee Birhaanu wal dorgommii Addis TV Show (ken Addis Tv Show) baase keessatti kaadhimamtee waan jirtuuf sagalee keessaan kennuun Mucayyoo kana Moosisaa. Dorgommichi badhaasa guddaa waan qabuuf namni maxxansi kun isin bira gahe hundi SMS800 irratti ka028 jechuun erguun sagalee keessan qofaan gargaaraa. Carra gaarii siif haa ta'u.
Eebbisee Berhanu
16/11/2023
Morkataa Darajjee Weellee haaraa miidhagaa ta'e qabatee dhufaa jira
Mucaa Sagaleen kirolee Ana dhufu jibicha koo
Qubee Tube irratti boru galgala eeggadhaa
Share gochuun jajjabeessaa
05/11/2023
Dhuguma Sittan Amana !! Nii dandeessaa Dhangaaleen dhageeffatamanii hin quufamne kan akka Yeedaleessuu dabalatee Qindeessi muuziqaa hedduun harka keerra akka jiran quba qaba.
Namni akka kee inuma nu barbaachisa
○ nii geessa
○ nii dandeessa
Aman iluu / Iluu Studio
Click here to claim your Sponsored Listing.