Kusa Intelligence

Kusa Intelligence

Share

17/07/2026

Warri daa'ima kanaan barumsa dhiistee maal maal jettu hundishii yoona umurii jiraattu keessaa walakkaa fixxee ammayyuu maatii irra gargaarsa eegdi. Mucaan kun garuu nama ofirra darbee maatiittuu mana ijaaredha.

Kanuman jedha. 🫰

14/07/2026

Dhaabadhu Gutema πŸ’‰πŸ’‰πŸ’‰

14/07/2026

Marfeeysuu laata anis? πŸ’‰πŸ˜³

12/07/2026

Gute M. Maxxansa jidduu kana kutaa kutaan dhiyaatu kan Dirribsaa fi Jawaar barreessanan dubbisaa jira.

Giddii hin qabiin isa jettee maqaa na balleessite sanammoo ni gaabbita.😎

11/07/2026

Ee banne jedhe gurbaanπŸ™†πŸΏπŸ€”πŸ€”

Telephone