LSM Ambo
19/11/2025
Burka Graphics and Advert
19/11/2025
Burka Graphics and Advert
Solomon Alemu
Burka Graphics and Advert
Yonas Getacho
20/10/2025
Nagaan waaqayyoo bakka jirtan hundumatti humduma keessaniif haa baay'atu jechaa,
Akkuma beekamu sagantaa waaqeffannaa keenya ji'a ji'aan qabnu akka isin dheebuu dhaan eegaa jirtan abdi guddaa qabna, sagantaan keenya kunis kamisa fuuldura keenya jiru gaafa 13/02/ 2018 ture!
Haa ta'u malee sababii galmi waaqeffannaa ( waldaan sagantaan keenya keessatti gaggeeffamu ) Torbanoota kana Hojii haaromsa galmichaa irratti waan bobba'amuuf guyyaa kamisa isa ammaa kanatti haalotni jiran sagantaa keenyaaf mijataa ta'ee hin argamne.
Kanaafis koree fii gaggeessitoota waldaa waliin maryatamee sagantaan keenya gara ji'a isa itti aanuu gaafaa 11/03/2018 tti akka darbu murteeffameera!
Namooti dhufanii akka hin dhabneef ergaa kana biraan nuuf ga'aa, Ji'a dhuftu amma wal arginutti nagaa dhaan turaa.
!
Click here to claim your Sponsored Listing.