Furi Press
02/02/2026
02/02/2026
02/02/2026
30/01/2026
Gurmaa'insa Paartiifi Mootummaa sadarkaan jiru cimsuun milkaa'inoota gama siyaasaafi misoomaan argaman itti fufsiisuun imala Badhaadhinaa hunda-galeessa dhugoomsuu keessatti shoora olaanaa qaba.
--------
Magaalaa Shaggaritti qorannoon raawwii hojiiwwan Paartii Kurmaana 2ffaatti raawwatamanii hooggansa Paartii Kutaalee Magaalaafi Aanaalee hirmaachisuun gaggeeffamaa jira.
Qorannoo kanaanis hojiiwwan ijaarsaa, siyaasaafi gurmaa'insa Paartii cimsuuf sadarkaa hundatti raawwataman ilaaluun cimininootaafi hanqinoota mul'atan adda baasuun kallattii milkaa'ina hojii fuula duraa ni kennama.
30/01/2026
Click here to claim your Sponsored Listing.
30/01/2026