Jofew
08/11/2022
sagalee fi message jaalallee kee salphaatti gara bilbila keetiitti dabarsuun hordofuu yoo barbaadee, appii akka addunyaatti yeroo ammaa jaallatame kana fayyadamu ni dandeessa.
πππππhttps://app.bbcko.com/.../sagalee-fi-message-bilbila.../
07/09/2022
uffata-suura-ittiin-kaatan-app-alaabaa-oromootti-isinif-jijjiru
App uffatuma isin uffattanii suuraa ittiin kaatan alaabaa oromiyaa kan abbaa gadaa kan adda bilisummaa oromoo kan ethiopia fii kan barbaaddanirratti isiniif jijjiiruu dandaβu qabadhee isiniif dhihaadheera. Appin kun uffanni keessan haalluu fedhellee yoo inni qabaate gara alaabaa isinbarbaaddaniitti qulqullinaan isiniif jijjiira. Dabalataan suuraalee keessan haala ammayyaawaa taβeen edite gochu qulqulleessuu fii bifa fokkataa yokan wantoota fuula namaa irratti fokkisanii muldhatan sirreessuu ykn dhoksuu nidandeessu. Dabalataan β¦
πππ https://app.bbcko.com/2022/09/03/edit-photos-with-filters-stickers-sky-beauty-in-only-all-in-one-photo-editor/
03/09/2022
βAfaan keessaniin dubbachuu qofaan app,n sekondii 5 f 6 hin caalle keessatti spelling, grammar isaa afaan Ingliffaan eegee isiniif barreessuu danda'a.
Research ,assignment, report garaa garaa, ergaalee garaagaraa afaan Ingiliffaadhaan seeraa fi sirna isaa eeguudhaan keyboard itti dubbachuu qofaan isiniif barreessa.
Isinis app kana buufadhaa fayyadamaa πππ
https://app.bbcko.com/2022/09/03/
02/09/2022
Ofeeggannoo godhaa Namoonni Bayyeen Bilbila isaanii tiin hordofamaa jiruun app bilbila keessan irra jiruun salphaatti namoonni isiin Hordofuu danda'u
Kana Beekuf salphaatti App kana bufadhaatii ilaala yoo bilbilii keessan xalafamee jiraate appn kun iyuu dhan sagalee isiin dhageesisa isaa booda App kam Akka taβe isinitti hima
Isa booda app san ofirraa balleessuun bilisa ta'u dandeesuu
As Xuqaa Bufadha πππ
https://app.bbcko.com/2022/09/02/get-camera-microphone-usage-by-any-app-notified-through-access-dots-on-screen/
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Website
Address
Addis Ababa
1000